Manni Maree Bulchiinsa yeroo Tigraay walga’ii idilee gaggeesse
Finfinnee, Eebla 24, 2015 (FBC)-Manni Maree Bulchiinsa yeroo Naannoo Tigraay har’a walga’ii idilee isaa gaggeesseera.
Walga’ichaan karoora deebisanii dandamachiisuu fi deebisanii ijaaruu naannichaarratti irratti mari’ateera.
Manni marichaa karooricharratti erga mari’ateen booda hojiilee ji’oota dhufan keessatti raawwatamuu qaban akeekuu ragaan Waajjira Pireezidantii naannichaarraa argame ni mul’isa.
Dabalataan, kabineen naannichaa, haala yeroo naannichaa bal’inaan gamaaggamuun kallattii kaa’eera.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.