Fana: At a Speed of Life!

Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa walga’ii idilee har’a ni gaggeessa

Finfinnee, Onkokoleessa 26,2013 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa FDRI walga’ii idileesaa har’a ni gaggeessa.
 
Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa walga’ii idilee 3ffaa bara hojii 6ffaa har’a kan gaggeessu ta’uu ibsa Faanaa Broodkaastiing Koorporeetiif ergeen himeera.
 
Manni marichaa walga’ii idilee kana galma walga’ii Waajjira Muummee Ministiraatti kan gaggeessu ta’uu eerrameera.
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
 
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/channel/UCsy_Mc1C45kRUVopA-NK10A subiskiraayib godhaa.
 
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.