Fana: At a Speed of Life!

Manni Barumsaa Ifaa Boruu Obbaay Dibdibbee sadarkaa 2ffaan har’a ni eebbifama

Finfinnee, Adooleessa 4, 2013 (FBC) – Manni Barumsaa Ifa Boruu Obaay Dibdibbee Sadarkaa 2ffaa Duukam har’a bakka Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa fi keessummoonni biroo argamanitti ni eebbifama jedhame.

Proojeektichi Birrii Miiliyoona 35’n kan ijaarame yoo ta’u, ijaarsi isaa baatii 7 keessatti xumuramuu ibsameera.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.