Fana: At a Speed of Life!

Manni barumsaa Bu’uura Boruu Birrii Miiliyoona 10’n ijaarame eebbifame

Finfinnee, Amajjii 26, 2016 (FBC)-Manni Barumsaa Bu’uura Boruu Birrii miiliyoona 10’n Magaalaa Sandaafaatti ijaarame eebbifame.

Sirna eebbichaarratti Afyaa’ii Ittaanaa Caffee Oromiyaa Obbo Eliyaas Ummataa dabalatee qondaaltonni Mootummaa fi keessummoonni biroon argamaniiru.

Manni barumsichaas baajata mootummaan ramadee fi hirmaannaa ummataan kan ijaarame ta’uun ibsameera.

Raahmaa Ahimaditu gabaase.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.