Fana: At a Speed of Life!

Manneen barnootaatti carraaqqii vaayrasii koroonaa ittisuuf taasifamu barsiisonni itti gaafatamummaa biyyaa akka ba’ataniif waamichi dhiyaate

Finfinnee, Fulbaana 24, 2013 (FBC) – Manneen barnootaatti carraaqqii vaayrasii koroonaa ittisuuf taasifamu barsiisonni itti gaafatamummaa biyyaa akka ba’ataniif waamichi dhiyaate.
 
Manneen barnootaatti carraaqqii vaayrasii koroonaa ittisuuf taasifamu barsiisonni itti gaafatamummaa biyyaa akka ba’ataniif Ministeerri Barnoota waamicha dhiyeesseera.
 
Ministeerri barnootaa manneen barnootaa sababa vaayrasii koroonaa cufamanii turan deebisanii banuuf hojii qophii hojjechaa jiraachuu Ministirri Barnootaa Dooktar Injiinar Geetaahuun Makuriyaa ibsaniiru.
 
Kanaanis, Manneen barnootaatti carraaqqii vaayrasii koroonaa ittisuuf taasifamu barsiisonni itti gaafatamummaa biyyaa akka ba’ataniif waamicha dhiyeessaniiru.
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.