Fana: At a Speed of Life!

Manneen Amantaa Kiristiyaanaa Wangeelaawwii Makaana Iyyasuus  sagantaa galateeffannaa gaggeessan

Finfinnee, Adoolessa 24, 2014 (FBC) – Hordoftoonni Manneen Amantaa Kiristiyaanaa Wangeelaawwii Makaana Iyyasuus Kiilloo 5 sagantaa galateeffannaa gaggeessaniiru.

Qormaatilee Amantaalee, eenyummaa, Siyaasaa fi hawaasummaa muudataa ture ce’uun as ga’uun  gatii guddaa ta’uu isaan galateeffachuun barbaachisaa ta’uu hordoftoonni amantichaa eeraniiru.

Biyyattiin qormaatilee uumamaa fi namtolchee  muudate ce’uu danda’uu ishee yaadachuun galateeffachuun murteessaa ta’uu kaasaniiru.

Sagantichi kadhannaa, Faarfannaa fi tajaajila barnoota Afuuran gaggeeffamuu ibsameera.

Barnaabaas Tasfaayeetu gabaase.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.