Fana: At a Speed of Life!

Mana Maree magaalaa Shaggar Yaa’ii idilee 1ffaa gaggeessaa jira

Finfinnee, Adoolessa 27, 2015 (FBC) – Manni Maree Bulchiinsa Magaalaa Shaggar Yaa’ii Idilee 1ffaa gaggeessaa jira.

Yaa’ichi Magaalaa Finfinnee Galma Aadaa Oromootti gaggeeffamaa jiraachuu ibsameera.

Yaa’ichaan, gabaasni raawwii hojii qaama raawwachiistuu, Mana Murtii, mana maree dhiyaachuun erga irratti mar’atamee boo ni raggaasifamaan eegama.

akkasumas muudamni adda addaa dhiyaachuun ni ragga’aan eegama.

Dhumarrattis kallattiin hojii gara fuulduraa kan laatamu ta’uu eerameera.

Dinqaa Baacaa’tu gabaase.

Dinqaa#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.