Fana: At a Speed of Life!

Malaammaltummaan yakka qofa osoo hin taane gochaa daraan qaanessaadha – Obbo Tamasgeen Xirunaa

Finfinnee, Fulbaana 23, 2017 (FBC) –Komishiniin Namuusaa fi Farra Malaammaltummaa Federaalaa hojmaata diijitaalaa Eeruun yakka malaammatummaa itti kennamu hojii eegalchiiseera.

Malaammaltummaan yakka qofa osoo hin taane gochaa daraan qaanessaa ta’uu sirna jalqabsiisa hojmaaticharratti kan argaman Itti Aanaan Ministira Muummee Obbo Tamasgeen Xirunaan ibsaniiru.

Hojmaanni Diijitaalaa hojii eegale kun malaammaltummaa qolachuun dhaloota ijaaruuf, Malaammaltummaan yakka malee kabaja akka hin taane agarsiisuuf kan gargaaru ta’uu Obbo Tamasgeen dubbataniiru.

Malaammaltummaan bu’aa yaada, Aadaa fi hojmaataa badaa ta’uu kaasaniiru.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.