Magaalota Hayiq, Bistiimaa fi Lammiitti tajaajilli elektirikaa addaan cite ture deebi’uu ibsame
Finfinnee, Muddee 8, 2014 (FBC) – Magaalota Hayiq, Bistiimaa fi Lammiitti tajaajilli elektirikaa sababa garee shororkeessaa ABUTiin addaan cite ture guyyaa har’aa deebi’uu ibsameera.
Sarara daddabarsa elektirikaa addaan cite ture gara hojiitti deebisuuf kutannoon hojjetamaa jiraachuu ibsameera.
Giddugalli kenniinsa tajaajilaa damee Dabrabiraan jala jiran hojiin suphaa xumuramee humna elektirikaa argachuu ibsameera.
Bifuma walfakkaatuun giddugalawwan tajaajilaa damee Dasee 23 keessaa 21 humna elektirikaa argachuu ragaan Tajaajila Elektirikaa Ityoophiyaarraa argame ni muul’isa.
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.