Fana: At a Speed of Life!

Magaaloota Oromiyaa garagaraatti sagantaan duula qulqullinaa gaggeeffameera

Finfinnee, Gurraandhala 6, 2013 (FBC)- Magaaloota Oromiyaa garagaraatti sagantaan duula qulqullinaa gaggeeffameera.
Sagantaan duula qulqullinaa magaalotaa har’a ganama sa’aa 12:00 eegalee magaalota godinaa fi aanaa raawwatamuu ibsameera.
sadarkaa itti aanaa preezdaantiitti qindeessan kilaastera hawaasummaa Oromiyaa obbo Addisuu Araggaa akka ibsanitti sagantaan duula qulqullinaa magaaloota Oromiyaa garagaraatti raawwatameera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Appilikeeshinii Faanaa Broodkaastiing Koorporeet https://play.google.com/store/apps/details… bilbila sochootuu keessanirratti fe’achuudhan Televiizhinii Faanaa, FM Finfinnee 98.1 fi Raadiyoo Biyyoolessaa hordofaa.
Viidiyoowwanis daawwadhaa.
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.