Fana: At a Speed of Life!

Magaaloota garaagaraatti fiigichi deeggarsa Raayyaa Ittisaa gaggeeffame

Finfinnee, Hagayya 16, 2013 (FBC) –Magaaloota garaagaraatti fiigichi daandirraa deeggarsa Raayyaa Ittisaa muul’isu gaggeeffameera.

Magaalaa Finfinnee, Gaambeellaa, Asoosaa, Walqixxee, Hararii, Halaabaa fi magaaloota biroo hedduutti fiigichi daandirraa Kiiloo meetiirri 5 fi hiriirri deeggara Raayyaa Ittisaa gaggeeffameera jedhame.

‘Anis biyya koof loltuudha’ mata duree jedhuun gaggeeffameera.

Jiraattoonni magaalaa Halaabaa dorgommii fiigichaa kiiloo meetira 5 gaggeessuun sagoonta 172 fi Re’oota 88 Raayyaa Ittisa biyyaaf deeggarsaan laataniiru.

Sagantaa magaalaa Halaabaatti gaggeeffame kanarratti Komishinarri Komishinii Ispoortii Federaalaqcobbo Eeliyaas Shukuriin argamaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.