Magaalonni Istaayish Ahuun Taganyi, Hamusii fi Booyyaan tajaajila Humna elektirikaa argatan
Finfinnee, Muddee 27, 2014 (FBC) – Magaalonni Walloo Kaabaa Istaayish Ahuun Taganyi, Hamusii fi Booyyaan tajaajila Humna elektirikaa sababa weerara garee shororkeessaan adda citee ture irra deebiin argataniiru.
Hojjettoonni humna elektirikaa naannichaa hirmaannaa olaanaa taasiisuun hojii suphaa taasiisaa turan xumurun magaalonni kunneen guyyaa har’aa tajaajila Humna elektirikaa argachuu ragaan Tajaajila Humna Elektirikaarraa argame ni muul’isa.
Ityoophiyaa :- Misoomsuuf, Ijaaruuf, Yaa qophoofnu!!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.