Fana: At a Speed of Life!

Magaalichatti Tajaajilli Tiraafikaa Waqtii Gannaa tola ooltota kuma 6 fi 500 hirmaachise eegalame

Finfinnee, Waxabajjii 16, 2016 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti Tajaajilli Tiraafikaa Waqtii Gannaa Tola Ooltota kuma 6 fi 500 hirmaachise eegalameera.

Hojiin kun Addabaabayiwwan 130 irratti kan hojjetamu ta’uu Komishiniin Hirmaannaa Ummataa fi Tola Ooltummaa Magaalaa Finfinnee ibseera.

Tajaajila Tola Ooltummaa Ganna kanaan sagantaaleen 15 hawaasa magaalichaa fayyadamoo taasiisan hojiirra kan oolan ta’uu ragaan Komishinicharraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.