Fana: At a Speed of Life!

Magaalichatti Sigiga dhagaa mudateen lubbuun namoota 3 darbe

Finfinnee, Hagayya 23, 2016 (FBC) – Magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Boolee aanaa 13 bakka addaa Salaam Safar jedhamee waamamutti dhagaan sigigaachuun lubbuun namoota 3 darbuu ibsame.

Dhagaan lafa ol ka’aarra ture konkolaachuun jiraattoota mana jireenyaa keessa turan keessaa lubbuu namoota 3 galaafachuu Komishiniin Hoggansa Sodaa Balaa Magaalaa Finfinnee ibseera.

Balaa kanaan Namoota mana jireenyaa keessa turan keessa lubbuun namoota 3 darbuu fi namoota 8 irra ammoo miidhaan qaamaa qaqqabuu ibsameera.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.