Fana: At a Speed of Life!

Magaalichatti rakkoo geejjibaa furuuf mariin gaggeeffame

Finfinnee, Amajjii 13, 2013 (FBC ) – Magaaalaa Finfinneetti rakkoo geejjibaa muul’ata jiruu furuuf waldaalee damee geejjibaarratti hirmaatan waliin mari’ataneera.
Sadarkaa Itti aanaa Kaantibaa magaalaa Finfinneetti Qindeessaan Dhaabbilee Kenniinsa Tajaajilaa Mootummaa obbo Zhaanxiraar Abbay akka ibsanitti, tajaajila geejjibaa ammaya’aa fi ariifataa ta’ee jiraattootaaf laachuuf waldaalee damee geejjibaa dabalatee qaamolee dhimmi ilaallatuu ga’ee isaanii ba’aachu akka qaban yaadachiisaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.