Fana: At a Speed of Life!

Magaalichatti qaama miidhamtoonni tajaajila geejjiba waggaa tokkoof bilisaan akka argataan taasifamuufi

Finfinnee, Caamsaa 24, 2013 (FBC)-Magaalaa Finfinneetti qaama miidhamtoota  kuma 2 ta’aaniif tajaajila geejjiba waggaa tokkoof bilisaan akka argataan ta’uu Biiroon Dhimma Hojjetaa fi Hawaasummaa beeksiseera.

Qaama miidhamtoonni bara barnoota 2012 barattoota qormaata kutaa 12ffaa qabxii olaanaa galmeessaaniif sagantaa beekkamtii laachuu gaggeeffameera.

Tajaajila geejjibaa bilisaa kana kan argataan qaama miidhamtootaa harka qalleeyyii ta’aan qofa jedhameera.

Sadarkaa Itti aanaa Kaantibaa magaalaa Finfinneetti Qindeessaan Dhaabbilee Kenniinsa Tajaajilaa Mootummaa obbo Zhaanxiraar Abbay, qaama miidhamtoota garagaruun gahee mootummati jedhaaniiru.

Maddi:-TOI

Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.