Fana: At a Speed of Life!

Magaalichatti kallattii mootummaan kaa’een namoonni dhuunfaa meeshaa waraanaa qaban galmeessaan-Dooktar Qana’aa 

Finfinnee, Onkololeessa 25, 2014 (FBC) – Magaalichatti kallattii mootummaan kaa’een namoonni dhuunfaa meeshaa waraanaa qaban galmeessuu Hogganaan Biiroo Bulchiinsaa fi Nageenyaa magaalaa Finfinnee Dooktar Qana’aa Yaadataan ibsaniiru.

Jiraattoonni magaalichaas humnoota nageenyaa waliin ta’uun nageenyaa magaalichaa haala amansiisaan eegaa jiraachuus himaniiru.

Magaalaa Finfinneetti namoonni dhuunfa meeshaa waraanaa qaban akka galmeessaan kallattii ka’aameen guyyaan galmichaas har’a xumurameera.

Biirichis nageenya magaalichaa fi jiraattootaa eeguuf hojiiwwan garagaraa hojjechaa jiraachuu Dooktar Qana’aan himaniiru.

Maddi:-TOI

Naannoo keessaan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.