Fana: At a Speed of Life!

Magaalichatti guyyaa har’arraa eegalee talaalliin Pooliyoo ni laatama

Finfinnee, Eebila 28, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti guyyaa har’arraa eegalee daa’imman waggaa 5 gadi ta’aaniif talaalliin Pooliyoo ni laatama jedhameera.

Duulli talaallichaa Eebila 28 hanga Caamsaa 1, 2014 kan turu yoo ta’u, manaa manatti akka laatamu ibsameera.

Maatii fi guddistoonni daa’imman isaanii talaalchisuun miidhaa qaamaa fi rakkoo fayyaa ga’uurra baraaruuf itti gaafatamummaa isaanii akka ba’atan hubachiifamuu ragaan Biiroo Eegumsa Fayyaa Magaalaa Finfinneerraa argame ni mul’isa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.