Fana: At a Speed of Life!

Magaalichatti Gibira Manaarraa galiin Birriin biiliyoonni 6 ol walitti qabame

Finfinnee, Caamsaa 5, 2016 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti baatiwwan saglan darban Gibira Manaarraa galiin Birriin biiliyoonni 6 ol walitti qabamuu Biiroon Galiiwwanii magaalichaa beeksise.
Baatiwwan saglan darban Manneen kumni 448 ol Gibira kaffaluu isaanii eereera.
Kana dura damichaan galiin Birrii miiliyoona 300 hin caalle walitti qabamaa kan ture, bara kana hanga ammaatti Birrii biiliyoonni 6.45 walitti qabamuu ibsuu TOI gabaaseera.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.