Fana: At a Speed of Life!

Magaalichatti balaa Tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 2 darbe

Finfinnee, Caamsaa 21, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Gullallee aanaa tokkotti balaa Tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 2 yoo darbuu, namoota 11 irra miidhaan qaamaa ga’uu ibsameera.

Konkolaataan deddeebisa ummataa namoota 13 fe’uun Inxooxxoo gara Quusqaam imalaa ture tabba keessatti kufuun miidhaa kana qaqqabsiisuu ibsameera.

Balaa mudateen lubbuun namoota 2 darbuu fi namoota 11 irra miidhaan qaamaa cimaa fi salphaan qaqqabuu Itti gaafatamaan Waajjira Bulchiinsaaf Nageenyaa kutaa magaalaa Gullallee obbo Geetahuun Abarraan himuu ragaan Waajjira Kominikeeshinii kutaa magaalichaarraa argame ni mul’isa.

Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.