Magaalaan Naqamtee daa’immanii fi dargaggoota harka qalleeyii ta’aniif deeggarsa Birrii kuma 200 oli taasise
Finfinnee, Sadaasa 7, 2014 (FBC)- Bulchiinsi Magaalaan Naqamtee daa’immanii fi dargaggoota sababoota garagaatin maatii dhabaniif deeggarsa Birrii kuma 200 olii taasisuu beeksiseera.
Sadarkaa biyyoolessaatti yeroo 32ffaa Ityoophiyaatti ammoo yeroo 16ffaaf kan kabajamuu Guyyaan Daa’immanii Addunyaa magaalaa Naqamteetti kabajameera.
Guyyichis mata duree ‘Misoomni daa’immaan irratti taasifamuu misooma egere biyyaati’ jedhuun kabajameera.
Hoggantuun waajjira daa’immaanii fi dargaggoota magaalichaa aadde Maskaram Alamaayyoo akka ibsanitti, daa’immaanii fi dargaggoota 200 ol ta’aaniif deeggarsi taasifamuu himaniiru.
Maddi:-TOI
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.