Fana: At a Speed of Life!

Magaalaan Hoolataa horsiisee bultoota godina Booranaaf deeggarsa taasise

Finfinnee, Gurraandhala 16, 2014 (FBC)- Bulchiinsi magaalaa Hoolataa qaamolee hawaasa adda addaa hirmaachisuun horsiisee bultoota godina Booranaaf deeggarsa taasiseera.

Deeggarsichi nyaata namaa fi marga beelladoota Birrii miiliyoona 2.2tti tilmaamama jedhameera.

Uummata yoo namni dheebotee bishaan kadhatu bishaan dhiise aannan namaa laatuuf waan qabnu gumaachinee hongee irraa baraaruuf gara fuulduraattis cimnee itti fufna kan jedhan jiraattoonni magaalicha ummanni Oromoo hundi lammilee keenya beela jalaa baraaruuf tumsa barbaachisu cimsee itti fufuu qaba jechuusaanii ragaan BDHKMNO irra argame ni muuldhisa.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.