Fana: At a Speed of Life!

Magaalaan Gilgal Balasii fi naannooshee gara sochii nagaatti deebi’aa jiraachuu jiraattoonni naannichaa ibsan

Finfinnee, Eebila 12, 2013 (FBC)- Godina Matakkal Magaalaan Gilgil Balasii fi naannooshee gara sochii nagaatti deebi’aa jiraachuu jiraattoonni nnaannichaa ibsaniiru.

Jiraattoonni naannichaa kana dura rakkoon nageenyaa fi buqqatiin isaan yaaddessee akka ture ibsaniiru.

Torbe kana garu nageenyi jiraachuun sochii daldalaa eegaluudha kan ibsan.

Jiraattoonni kunneen nageenyaa fi tasgabbii naannichaa gara duraan tureetti deebisuuf raayyaa ittisa biyyaa fi humnoota nageenyaa biroo waliin ta’uun hojiin hojjetaa jiraan jajjabeessaa ta’uu himaniiru.

Nageenyaa nannichaas amansiisaa taaasisuuf halkanii fi guyyaa hojjetamaa jiraachuu ibsameera.

Jiratatoonni kunneen ijaarsi Hidha Haaromsaa Guddichaas rakkoo nageenyaa tokkoo malee akka xumuramuuf tumsa akka taasisaan ragaan fuula Feesbuukii Raayyaa Ittisa Biyyaarra argamee ni muul’isa.

Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;

Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.

Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.

Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.

Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa

Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.