Fana: At a Speed of Life!

Magaalaan Finfinnee miseensa Koree raawwachiisaa Imaammata sagantaa nyaataa Miilaa ta’uun filatamte

Finfinnee, Fulbaana 29, 2016 (FBC) – Magaalaan Finfinnee Afrikaarraa miseensa Koree raawwachiiftuu Imaammata sagantaa nyaataa Miilaan ta’uun filatamteerti.

Dabalataan Afrikaarraa magaalli guddittiin Seenagaal Daakaaris miseensa ta’uun filamteerti.

Magaloonni Addunyaa sagantaa nyaataan raawwii fi muxxannoo fooyya’aa qaban kan filataman ta’uu eerameera.

Haaluma kanaan Finfinnee fi Daakaar miseensa koree olaanaa ta’uun filatamaniiru.

Korichi ergamaa fi labsii waliigaltee Imaammata Nyaataa Miilaan kallattiin dursuu fi fedhii miseensotaaf deebiin akka laatamu hordoffii tarsiimoowaa kan taasiisan ta’uu ragaan Waajjira Kantibaarraa argame.

#Oromia # Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.