Fana: At a Speed of Life!

Magaalaa Walisootti rasaasni kuma 3 fi 331 to’atame

Finfinnee, Hagayya 12, 2014 (FBC)- Godina Shawaa Kibba Lixaa magaalaa Walisootti, rasaasni seeran ala dadabarfamaa ture kumni 3fi 331 kaartaa Isnaapeerii waliin to’atame.

Meeshaaleen kunneen eeruu hawaasaan, Hagayya 12/2014 guyyaa keessa naannoo sa’aatii 6:30 Konkolaataa Ummataa ISUZU  Aanaa Ammayyaa Magaalaa Gindoo irraa Magaalaa Walisoo seene keessatti  to’atamuu ibsameera.

Namoonni dhimma kanaan shakkaman too’annaa seeraa jala ooluun dhimmi isaanii qoratamaa jiraachuu ibsamuu OBN gabaaseera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.