Fana: At a Speed of Life!

Magaalaa Sulultaa fi aanaa Dugdaatti guyyaan Yaadannoo Haleellaa Raayyaa Ittisaarratti raawwatame yaadatame

Finfinnee, Onkololeessa 24, 2015 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Sulultaa fi Godina Shawaa Bahaa Aanaa Dugdaatti guyyaan yaadannoo Haleellaa Raayyaa Ittisaarratti raawwatame kabajameera.

Magaalaa Sulultaatti bakka hoggansi mootummaa, Hojjettoonnii fi kutaaleen hawaasaa garaagaaraa argamanitti guyyichi yaadatameera.

Godina Shawaa Bahaa Aanaa Dugdaattis guyyaan yaadannoo haleellaa ajaja kaabaarratti raawwatame yaadatameera.

Aanichatti guyyichi mata duree’Onkolooleessa 24 Yoomiyyuu hin dagannu’ jedhuun yaadatameera.

Saganticharratti kutaan hawaasaa fi hoggantoonni Aanichaa argamaniiru.

Abdallaa Amaantu gabaase, Waajjira Kominikeeshinii Magaalaa Sulultaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.