Fana: At a Speed of Life!

Magaalaa Shawaa Roobiitiitti mallaqni sobaa fi meeshaaleen waranaa to’ataman

Finfinnee, Amajjii 26, 2012 (FBC) – Magaalaa Shawaa Roobiitiitti maallaqni sobaa Birriin kumni 11 fi meeshaaleen waranaa seeraan alaa to’atamuu Poolisiin bulchiinsa magaalichaa beeksise.

Meeshaaleen waraanaa seeraan alaa fi maallaqni sobaa Birriin kumni 11 qaamoolee dhuunfaan socho’aa ture to’atamuu itti gaafatamaan waajjira poolisii bulchiinsa magaalichaa Inispeektar Marahatsidiq Taayyeen dubbataniiru.

Hawaasni gochaa seeraan alaa irraa of eeguu fi maallaqa sobaan akka hin dogongorree of eeggannoo cimaa taasisuu akka qaban dhaamuu isaanii ragaan Waajjira Kaantibaa Bulchiinsa Magaalaa shawaa Roobiitii argame ni mul’isa.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.