Fana: At a Speed of Life!

Magaalaa Shaggaritti pirojektoonni misoomaa garaagaraa eebbifaman

Finfinnee, Fulbaana 12, 2016 (FBC)- Bulchiinsa Magaalaa Shaggaritti pirojektoonni misoomaa garaagaraa fayyadamummaa hawaasaa mirkaneessan eebbifamaniiru.

Pirojektoonni eebbifaman kunneen Mana Barnootaa Abdii Boruu,Seensa Kutaa Magaalaa Malkaa Noonnoo, Industurii Godoo fi Mana qusannaa fa’aa ta’uun eerameera.

Sirnaa eebbichaarratti Ittaanaa Kantiibaa Magaalaa Shaggar Obbo Guyyoo Galgaloo, Itti Gaafatamaa Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Magaalaa Shaggar Obbo Alamaayyoo Tulluu, fi qondaaltonnii Magaalaa Shaggarii fi Kutaalee Magaalatti argamuu ragaan Kominikeshinii Magaalaa Shaggar irraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.