Fana: At a Speed of Life!

Magaalaa shaggaritti Hiriirri deeggarsaa gaggeeffame

Finfinnee, Bitootessa 24, 2016 (FBC) – Hawaasni Magaalaa Shaggar yaadannoo injifannoo Bitootessa 24tiif kutaa magaalaa Kooyyee Facceetti hiriira deeggarsaa gaggeessaniiru.
Hiriirri xiiqii bulchiinsa magaalaa Shaggar kutaa magaalaa Kooyyee Faccee kun hawaasa kutaalee magaalaa Shaggar hunda hirmaachise gaggeeffamaa jira.
Bahayiluu Baaneetu gabaase.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.