Fana: At a Speed of Life!

Magaalaa Shaashamanneetti mariin nageenyaa gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Guraandhala 2, 2016 (FBC) – Mariin Nageenyaa Jiraattoota Magaalaa Shaashamannee fi Godina Arsii Lixaatti hirmaachise gaggeeffamaa jira.

Itti gaafatamaa damee siyaasaa paartii badhaadhinaa damee Oromiyaa fi koree giddu galeessaa paartii badhaadhinaa Dooktar Biqilaa Hurrisaa fi Pireezidaantii mootummaa naannoo Sidaamaa fi Obbo Dastaa Leeddaamoo dabalatee hoggantoonni mootummaa Federaalaa fi naannolee biroo marii hawaasaa kanarratti argamaniiru.

Jamaal Kadiirootu gabaase.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.