Fana: At a Speed of Life!

Magaalaa Sabbataatti oomishaleen qonnaa jallisiin misooman daawwataman

Finfinnee, Eebila 4, 2014 (FBC) – Godina addaa Oromiyaa naannawaa Finfinnee magaalaa Sabbataatti oomishaleen qonnaa jallisiin misooman daawwatamaniiru.

Daawwannichaan  oomishni qamadii, kuduraalee fi muduraalee jallisiin misooman daawwatamaniiru.

Daawwannicharratti kantiibaa magaalaa sabbataa Aadde Alfiyaa Abdurramaan dabalatee qondaaltonni olaanoon hojii mootummaa naannoo Oromiyaa hirmaataniiru.

Qonnaan Bultoonni oomisha qamadii fi kudura fi muduraarratti bobba’anis bu’aa olaanaa argachaa jiraachuu himaniiru.

Dabalaa Taaddasaatu gabaase.

Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.