Fana: At a Speed of Life!

Magaalaa Naqamteetti Zayitiin Liitirri kumni dhibbi 1 fi kumni 61 ol fayyadamtootaaf kennamaa jira

Finfinnee, Eebila 10, 2014 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Naqamteetti Komii dhiyeessii gama Zayitiin jiru hiikuuf Zayitiin Liitirri kumni dhibbi 1 fi kumni 61 fi 289 fayyadamtootaaf kennamaa jiraachuu ibsame.

Magaalichaatti Zayitiin Liitirri kumni dhibbi 1 fi kumni 61 fi 289  Waldaalee bira ga’uu fi  fayyadamtootaaf kennamaa jiraachuu eerameera.

Gatiin Zayitii abbaa liitira 3 Birrii 265 kan gurguramu ta’uu Waajjira Daldalaa Magaalichaatti Dursaan Garee Eegumsa mirga fayyadamtootaa fi Dorgommii Daldalaa obbo Abbaayinaa Baayyuu himuu isaanii ragaan Kominikeeshinii Magaalichaarraa argame ni mul’isa.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.