Fana: At a Speed of Life!

Magaalaa Naqamteeti piroojektoonni garaagaraa eebbifaman

Finfinnee, Waxabajjii 23, 2015 (FBC) –Magaalaa Naqamteeti piroojektoonni garaagaraa Birrii miiliyoona 400 hojjetaman
eebbifamaniiru.

Laabraatooriin godinaanee Lixa Oromiyaa 8 irraa saamuuda ergamu qorachuuf tajaajilu dabaleetee piroojektoonnj adda addaa Birrii miiliyoona 400 oliin ijaaraman eebbifamaniiru.

Jilli sadarkaa itti aanaa pireezidaantiitti qindeessaa kilaastera nageenya fi haqaa Komishinara jeeneraala Kaffaaloo Taffarraan durfamu piroojektoota kanneen eebbisiiseera.

Galaanaa Tasfaatu gabaase.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.