Fana: At a Speed of Life!

Magaalaa Naqamteeti piroojekitiwwan Birrii miiliyoona 200 oliin ijaaraman eebbifaman

Finfinnee, Waxabajjii 27, 2016 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Naqamteetti Piroojekitiwwan Birrii miliyoonaa 200 oliin ijaaramaa turan xumuramuun eebbifamaniiru.

Saganticharratti Bulchaa Itti Aanaa Godina Wallaggaa Bahaa Obbo Gammadaa Tafarraa, Kantiibaan Magaalaa Naqamtee Obbo Misgaanuu Tulluu fi keessummoonni biroon argamaniiru.

Piroojekitiwwan Ebbifaman keessa Siidaan Mootii Kumsaa Morodaa isaa tokkoo ta’uun ibsameera.

Galaanaa Tasfaatu gabaase.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.