Fana: At a Speed of Life!

Magaalaa Naqamtee invastarootaaf hawwataa taasisuuf hojjetamaa jira

Finfinnee, Sadaasa 28, 2014 (FBC)- Magaalaa Naqamtee invastarootaaf hawwataa taasisuuf hojjetamaa jira.

Magaalichatti qopheessummaa Yuunvarsiitii Wallaggaatin mariin mata duree ‘hawaas diinagdee Magaalaa Naqamtee guddisuun Magaalicha invastarootaaf hawwataa taasisuu qabna’ jedhuun qaamolee garaagaraa waliin gaggeeffameera.

Marichaanis diizayini marfata Magaalichaa, diizaayinii Muuziyemii Wallaggaa fi Kitaaba Seenaa magaalaa Naqamtee ibsuu danda’uu qorannoon deeggarame Gargaaraa proofeseera Yuunvarsiitii Wallaggaan kan ta’an Dooktar Dassaaleny Wiirtuu barraa’ee guyyaa har’a eebbifameera.

Itti aanaan Kantiibaan Magaalaa Naqamtee Obbo Baahiruu Eebbaa saganticharratti haasa taasisaniin,  hojiin magaalicha misoomsuu akka milkaa’uuf qaamoleen dhimmi ilaallatuu hindi shooraa isaanii akka ba’aatan himaniiru.

Efreem Malkaamuutu gabaase

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.