Fana: At a Speed of Life!

Magaalaa Maayaatti mariin nageenyaa gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Guraandhala 2, 2016 (FBC) – Waltajjiin marii qaamolee hawaasaa garagaraa magaalaa Maayaafi godina Harargee Bahaarraa walitti babba’an hirmaachise gaggeeffamaa jira.

Mariin hawaasaa kun “Obbolummaa Sabdaneessaa Nageenya Waara fi badhaadhina hunda galeessaaf” mata duree jdhuun gaggeeffamaa jira.

Pireezidaantiin mootummaa naannoo Hararii Obbo Ordiin Badirii, Gorsaa Ministira Muummee dhimmoota hawaasummaa alaa Obbo Addisuu Araggaa,Bulchituu Godina Harargee Bahaa Aadde Miskii Mohaammadii, kantiibaa Magaalaa Maayaa Dooktar Ifraa Waziirii, abbootiin Gadaa fi haadholii Siinqee hirmaataa jiru.

Kaffaalaa Shifarraatu gabaase.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.