Fana: At a Speed of Life!

Balaa abiddaa Magaalaa Maaksanyitti qaqqabeen qabeenyi Birrii kuma 300 fi kuma 80tti tilmaamu barbaada’e

Finfinnee, Eebila 27, 2012 (FBC) – Balaa abiddaa Aaanaa naannoo Gondar magaalaa Maaksanyitti qaqqabeen qabeenyi Birrii kuma 300 fi kuma 80tti tilmaamu barbaada’e.
 
Abiddichi kan ka’e mana nama dhuunfaa baabura midhaan daaku keessa ta’uu Bulchaan Aanichaa obbo Wubat Masfin Faanaa Broodkaastiing Koorporeetitti himaniiru.
 
Balichaan tilmaaman qabeenyi Birrii kuma 300 fi kuma 80 barbaada’uu ibsaniiru.
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.