Fana: At a Speed of Life!

Magaalaa Jimmaatti sagantaan Afxiraa gaggeeffame

Finfinnee, Bitootessa 5, 2017 (FMC) – Magaalaa Jimmaatti Baankiin Siinqee Sooma Ramadaanaa waggaa 1446ffaa sababeeffachuun sagantaa Afxiraa gaggeessera.

Daayrekterri tajaajila dhalarraa bilisaa Baankiin Siinqee Obbo Awaal Zinab Baankiin Siinqee Tajaajila dhala irraa bilisaa eegalee waggoota lama keessatti kuufama Birrii biiliyoona 4 walitti qabamuu ibsaniiru.

Fayyadamtoota isaaf tajaajila Liqaa Birrii biiliyoona 1.7 ol kennuu eeraniiru.

Tajaajila Baankii dhala irraa bilisaan qofa maamiltoota kuma 700 fi kuma 50 ol horachuu isaa sagantaa Afxiraa qophaa’eerratti ifoomeera.

Warqaafarraw Yaalewutu gabaase.

#Oromia #Ityoophiyaa

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.