Fana: At a Speed of Life!

Magaalaa Jimmaatti duulli qulqullinaa gaggeeffame

Finfinnee, Bitootessa 4, 2014 (FBC) – Magaalaa Jimmaatti duulli qulqullinaa mata duree
‘Qulqullinni manaa fi maatii keenyarraa’ jedhuun gaggeeffameera.

Magaalichatti kosii fi balfa maqsuuf torbanitti al tokko guyyaa Dilbataa duulli qulqullinaa akka gaggeeffamu manni qopheessaa magaalaa Jimmaaa murteesseera.

Kanumarraa ka’uudhaan Bitooteessa 4 bara 2014 irraa eegaluun duulli kun gaggeeffamuu eegaleera.

Namoonni duula qulqullinaa kanarratti hirmaatanis hojii qulqullinaa kanarratti hirmaachuu isaanitti daraan gammadii FBCtti himaniiru.

Abdurehmaan Mahammaditu gabaase.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.