Fana: At a Speed of Life!

Magaalaa Jimmaatti balaan Ibiddaa muudatee ture to’atame

Finfinnee, Caamsaa 26, 2014 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Jimmaa Ganda Bachoo Booreetti balaan ibiddaa galgala kana mudatee ture hirmaannaa ummataafi hojjettoota ittisa balaatiin miidhaa hamaa osoo hin qaqqabsiisiin to’atamuu ibsameera.

Ibiddichi qabatee turtii sa’aatii tokkoo booda to’atamuu ibsameera.

Ka’umsi balichaa qulqullaa’aa jiraachuu Ajajaan Poolisii Magaalaa Jimmaa Komaandar Fufaan ibsaniiru.

Muktaar Xahaatu gabaase.

Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.