Fana: At a Speed of Life!

Magaalaa Hoosaa’iinaatti duultoota Raayyaa Ittisaatti makamaniif gaggeessan taasiifame

Finfinnee, Sadaasa 5, 2014 (FBC) – Magaalaa Hoosaa’iinaatti duultoota Raayyaa Ittisaatti makamaniif gaggeessan kabajaa taasiifameera.

Shira garee shororkeessaa ABUT fi giddugaltummaa alaa qolachuuf hirmaannaa ummataan seenaa guutummaa durii irra deebiin hojjechuun barbaachisaa ta’uu ibsameera.

Godina Haddiyyaa magaalaa Hoosaa’inaatti hoggantoota, miseensota raayyaa ittisaa duraanii fi humna eeggataa Raayyaa Ittisaatti makamaniif gaggeessaan kabajaa taasiifameera.

Akkasumas Godinini Hadiyyaa sangoota 750, tumaaleessa 300 fi galaa kuntaala 100 ol raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiiseera.

Godinichi deeggarsa hundagaleessa taasiisuu kan itti fufu ta’uu hoggantoonni mootummaa godinichaa fi naannoo Kibbaa sirnicharratti argaman ibsuu ragaan Dhaabbata Raadiyoo fi Teeleeviizhiin Naannoo Kibbaarraa argame ni muul’isa.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.