Fana: At a Speed of Life!

Magaalaa Gondariitti namni gochaa shoroorkeessumaa raawwachuuf qophiirra ture to’atame

Finfinnee, Sadaasa 22, 2013 (FBC) – Magaalaa Gondariitti namni gochaa shoroorkeessumaa raawwachuuf qophiirra ture to’atamuu Qajeelchi Poolisii Magaalaa Gondar beeksise.

Hogganaan Qajeelcha Poolisii Magaalaa Gondar Komaandar Ayaliny Taklee poolisiin magaalichaa Nageenyaa fi Odeeffannoo biyyaalessaa waliin hordoffii taasiseen namni kun to’atamuu ibsaniiru.

Namni gochaa shoroorkeessuummaa qaqqaabsiisuuf qophiirra ture kun qmeeshaalee garagaraa waliin to’atameera.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.

Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.