Fana: At a Speed of Life!

Magaalaa Galaanitti hiriirri deeggarsa Dooktar Abiy gaggeeffame

Finfinnee, Amajjii 25, 2013(FBC) – Jijjirama hoggaansa Muummee Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Ityoophiyaa keessatti fidan tumsuun jiraattootni Magaalaa Galaan hiriira deegarsa gaggeessaniiru.
Jijjirrama aarsaa guddaa itti kaffaluun dhufe tikfachaa nageenya fi hojiilee misoomaarratti hirmaanna hoo’aa kan taasiisan ta’uu hiriirtoonni ibsaniiru.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna!
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.