Fana: At a Speed of Life!

Magaalaa Gaambeellaatti daangeffamni sa’aatii labsamee ture kaafame

Finfinnee, Adoolessa 13, 2014 (FBC) – Tibbana sababa nageenyaa Magaalaa Gaambeellaan walqabatee guyyoota muraasaan dura daangeffamni sa’aatii labsamee ture kaafamuu Biiroo Dhimmoota Kominikeeshinii Mootummaa Naannichaa beeksise.

Magaalaa Gaambeellaatti tibbana galgala sa’aatii 02:00 hanga ganama sa’aatii 11:30tti dangeffamni sochii konkolaatotaa fi namootaa labsamee hojiirra oolaa turuun kan yaadatamuudha.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.