Fana: At a Speed of Life!

Magaalaa Finfinneetti zaayitiin nyaata paalmaa jedhamu Jaarkaani miiliyoona 2 karaa seeran alaan kuufamee ture to’annoo jala ooluu poolisiin beeksise

Finfinnee, Gurraandhala 6, 2013 (FBC)- Magaalaa Finfinneetti zaayitiin nyaata paalmaa jedhamu Jaarkaani miiliyoona 2 karaa seeran alaan kuufamee ture to’annoo jala ooluu poolisiin beeksise.
Zaayitiin kunis magaalaa Finfinnee Naannoo Jaamootti karaa seeran alaa kuufamaa turetu qabamuu himameera.
Zaayitii karaa seeraan alaa kuufamaa ture to’atamuu kan danda’ees hojii Poolisiin Federaalaafi kutaan bulchiinsa Magaalaa Laaftoo waliin ta’uun hojjetamuu himameera.
Akka EBCn gabaaseetti,eeruu uummaanni kenne irratti hundaa’uun hordoofii torban lama keessatti kuufamni Zaayit kun to’atameera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Appilikeeshinii Faanaa Broodkaastiing Koorporeet https://play.google.com/store/apps/details… bilbila sochootuu keessanirratti fe’achuudhan Televiizhinii Faanaa, FM Finfinnee 98.1 fi Raadiyoo Biyyoolessaa hordofaa.
Viidiyoowwanis daawwadhaa.
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.