Fana: At a Speed of Life!

Magaalaa Finfinneetti tajaajilli Waraqaa eenyummaa haaromsuu eegalame

Finfinnee, Sadaasa 1, 2015 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti baatiwwan 4 f addaan citee kan ture tajaajilli waraqaa eenyumma haaromsuu har’a eegaleera.

Bulchiinsi magaalaa Finfinnee haaromsa waraqaa eenyummaan walqabatee rakkoo mudatee ture furuun,har’a ifatti haroomsuu jalqabeera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.