Magaalaa Finfinneetti namoonni dhuunfa Birrii sobaa osoo maxxansanii argaman to’annaa jala oolan
Finfinnee, Adooleessa 2, 2013 (FBC)- Magaalaa Finfinneetti namoonni dhuunfa Birrii sobaa osoo maxxansanii argaman to’annaa jala oolaniiru.
Kutaa magaalaa Booleetti namoonni dhuufa Birrii sobaa osoo maxxansanii argaman to’annaa jala ooluusaanii itti aantuu Kantiibaa Magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebeen ibsaniiru.
Kutaa magaalichaatti namoonni dhuunfaa fi gareen maallaqaa sobaa maxxansuun diinagdee biyyatti, siyaasaa, nageenyaa fi tasgabbii irratti dhibbaa uumaan irraatti baatii tokkoof hojiin ragaa funaanuu fi hordoffii gaggeeffamaa turu ibsaniiru.
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna..