Fana: At a Speed of Life!

Magaalaa Finfinneetti hojiin qulqullinaa bakka itti Irreechi kabajamu gaggeeffame

Finfinnee, Fulbaana 21, 2014 (FBC)- Magaalaa Finfinneetti hojiin qulqullinaa bakka itti Irreechi kabajamu gaggeeffameera.

Hojiin qulqullinaa bakka Irreechi Hora Finfinnee itti kabajamu gaggeeffamuu ibsameera.

Hojiin qulqullinaa kun qindoomina Ejensii Bulchiinsa balfa goggogaa magaalichaa fi kutaa Bulchiinsa Magaalaa Qiirqoosiin ta’uu ibsameera.

Duula qulqullinaa kanarratti sadarkaa itti aanaa kantiibaatti hoji gaggeessaa magalichaa obbo Xiraatuu Bayyanaa dabalatee hooggantoonni olaanoo magaalichaa fi dargaggoonni tola ooltonni hirmaachuu ragaan Seekreetriyaat Preesii magaalichaarraa argame ni muul’isa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.