Magaalaa Finfinneetti guyyaa boruu gaggeeffamuuf kan ture hiriirri ‘No More’ torbee itti aanuutti darbe
Finfinnee, Muddee 30, 2014 (FBC)- Magaalaa Finfinneetti guyyaa boruu gaggeeffamuuf kan ture hiriirri ‘No More’ ykn ni ga’aa gaaffii diyaaspooraatin torbee itti aanuutti darbu ibsameera.
Hawaasni diyaaspoora hedduun ammallee gara biyyaa gala jiraachuun hiriirrichi torbee itti aanuu kan gaggeeffamuu ta’uu ragaan Preesii Seekretiriyaatii magaalaa Finfinneerra argamee ni muul’dhisa.
Ityoophiyaa :- Misoomsuuf, Ijaaruuf, Yaa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.