Magaalaa Finfinneetti duulli qulqullinaa gaggeeffame
Finfinnee, Sadaasa 12, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinnee kutaalee magaalaa garaagaraatti duulli qulqullinaa mata duree ‘ani nageenya magaalaa koof waardiyaadha, qulqullina isheef Ambaasaaddara’ jedhuun gaggeeffameera.
Duulichi qindeessummaa Ejansii bulchiinsa qulqullina magaalaa Finfinneen kan gaggeeffame yoo ta’u, kutaalee magaalichaa garaagaraa keessatti ganama sa’aatii 12:00 eegalee gaggeeffamuu ragaan Waajjira Seekreetariyaat Preesii magaalichaarraa argame ni muul’isa.
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.